Ganna hedduun dura dubartiin lammii Afriikaa Kibbaa Saandiraa Sheel, Mana Kitaabaa Koorii jedhamu keessa kaataaloogii/baafata wabii irratti jecha 'Ijoollee Oromoo' jedhu ilaalte. Odeeffannoo jiranis ...
Ijoolleen yeroo waan harkatti qabatan darbatan, hin nyaannu yeroo jedhan ykn rafuudhaaf yeroo rakkisan haadholiin 'na gubdan, umurii koo malee na dulloomsitan' jechuun baayyee aaruu danda'u ta'a.
Eeggannoon Bishaanii fi dandeettii daakaa daa’ima kami iyyuu Australia keessa jiruuf dirqama. Barbaachisummaa barnoota daakaa fi filannoowwan jiran ilaalchisee wanti warri ijoollee hundi beekuu qaban ...
Maallaqa irratti karoora baafachuun maatii kamiifuu dhiphisaa tahuu danda'a. Egeree ijoollee keessaniif maallaqa ol kaa'uf, filannoolee jiran beektanii murteeffachuun dansa. Ijoollee keessanis qusii ...
Some results have been hidden because they may be inaccessible to you
Show inaccessible results